Skip to content
النَّمل /

Ayah 16

27 : 16

Ayah 16 of النَّمل (27 : 16). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 16

وَوَرِثَ سُلَيۡمَٰنُ دَاوُۥدَۖ وَقَالَ يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ عُلِّمۡنَا مَنطِقَ ٱلطَّيۡرِ وَأُوتِينَا مِن كُلِّ شَيۡءٍۖ إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ ٱلۡفَضۡلُ ٱلۡمُبِينُ

Suleeymaan Daawuudiin ni dhaale, Ni jedhe: “isin Yaa ilmaan namaa! Qooqa simbiraa barsiifamneerra. Wanhundarraa kennamnee jira. dhugumatti kun tola ifa bahaadha.”