2 : 254
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓاْ أَنفِقُواْ مِمَّا رَزَقۡنَٰكُم مِّن قَبۡلِ أَن يَأۡتِيَ يَوۡمٞ لَّا بَيۡعٞ فِيهِ وَلَا خُلَّةٞ وَلَا شَفَٰعَةٞۗ وَٱلۡكَٰفِرُونَ هُمُ ٱلظَّٰلِمُونَ
Isin Yaa warra amantan! waan Nuti isiniif kennine irraa kennadhaa Odoo guyyaan (bittaa) gurgurtaan, jaalalleefi manguddummaan isa keessa hin jirre hin dhufin duratti. Kaafiroonni isaanumatu miidhaa raawwattoota.