Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 251

2 : 251

Ayah 251 of البَقَرَة (2 : 251). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 251

فَهَزَمُوهُم بِإِذۡنِ ٱللَّهِ وَقَتَلَ دَاوُۥدُ جَالُوتَ وَءَاتَىٰهُ ٱللَّهُ ٱلۡمُلۡكَ وَٱلۡحِكۡمَةَ وَعَلَّمَهُۥ مِمَّا يَشَآءُۗ وَلَوۡلَا دَفۡعُ ٱللَّهِ ٱلنَّاسَ بَعۡضَهُم بِبَعۡضٖ لَّفَسَدَتِ ٱلۡأَرۡضُ وَلَٰكِنَّ ٱللَّهَ ذُو فَضۡلٍ عَلَى ٱلۡعَٰلَمِينَ

Hayyama Rabbiitiin isaan injifatani. Daawuudis Jaaluutiin ajjeesee, Rabbiin mootummaafi ogummaa isaaf kennee, waan fedhe irraa isa barsiise. Odoo nama garii gariin deebisuun Rabbii jiraachuu baatee, silaa dachiin badde. Garuu Rabbiin aalama (hunda) irratti abbaa tola (guddaati).