2 : 157
أُوْلَٰٓئِكَ عَلَيۡهِمۡ صَلَوَٰتٞ مِّن رَّبِّهِمۡ وَرَحۡمَةٞۖ وَأُوْلَٰٓئِكَ هُمُ ٱلۡمُهۡتَدُونَ
Isaan warra faaruufi tolli Gooftaa isaanii irraa ta’e isaan irratti taheedha. isaan sun isaanumatu qajeelfamoodha.