17 : 82
وَنُنَزِّلُ مِنَ ٱلۡقُرۡءَانِ مَا هُوَ شِفَآءٞ وَرَحۡمَةٞ لِّلۡمُؤۡمِنِينَ وَلَا يَزِيدُ ٱلظَّٰلِمِينَ إِلَّا خَسَارٗا
Nuti Qur’aana irraa nibuufna waan inni qorichaafi rahmata mu’uminootaaf ta’e. zaalimtootaaf hoongoo malee hindabalu.