17 : 53
وَقُل لِّعِبَادِي يَقُولُواْ ٱلَّتِي هِيَ أَحۡسَنُۚ إِنَّ ٱلشَّيۡطَٰنَ يَنزَغُ بَيۡنَهُمۡۚ إِنَّ ٱلشَّيۡطَٰنَ كَانَ لِلۡإِنسَٰنِ عَدُوّٗا مُّبِينٗا
Gabroota kiyyaan jedhi “isitti (jecha) gaggaarii dubbadhaa. sheyxaanni gidduu isaanii balleessa. sheyxaanni ilma namaatiif diina ifa bahaadha”.