16 : 93
وَلَوۡ شَآءَ ٱللَّهُ لَجَعَلَكُمۡ أُمَّةٗ وَٰحِدَةٗ وَلَٰكِن يُضِلُّ مَن يَشَآءُ وَيَهۡدِي مَن يَشَآءُۚ وَلَتُسۡـَٔلُنَّ عَمَّا كُنتُمۡ تَعۡمَلُونَ
Rabbiin odoo fedhee ummata tokko isin taasisa ture. Garuu nama fedhe ni jallisa; nama fedhes ni qajeelcha. Waan dalagaa turtan irraa dhugumatti ni gaafatamtu.