Skip to content
النَّحل /

Ayah 87

16 : 87
النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 87

وَأَلۡقَوۡاْ إِلَى ٱللَّهِ يَوۡمَئِذٍ ٱلسَّلَمَۖ وَضَلَّ عَنۡهُم مَّا كَانُواْ يَفۡتَرُونَ

Isaan guyyaa san ajajamoo ta’uu gara Rabbiitti dhiyeessu. Wanti isaan sobaan uumaa turanis isaan irraa bade.