16 : 88
ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ وَصَدُّواْ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِ زِدۡنَٰهُمۡ عَذَابٗا فَوۡقَ ٱلۡعَذَابِ بِمَا كَانُواْ يُفۡسِدُونَ
Isaan kafaranii karaa Rabbii irraas (namoota) deebisan, adabbii irratti adabbii isaaniif daballa. waan isaan balleessaa turaniif jecha,