Skip to content
النَّحل /

Ayah 67

16 : 67

Ayah 67 of النَّحل (16 : 67). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 67

وَمِن ثَمَرَٰتِ ٱلنَّخِيلِ وَٱلۡأَعۡنَٰبِ تَتَّخِذُونَ مِنۡهُ سَكَرٗا وَرِزۡقًا حَسَنًاۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَأٓيَةٗ لِّقَوۡمٖ يَعۡقِلُونَ

Firiilee mukkeen Tamiriitiifi Inabaa irraa dhugaatii macheessuufi soorata gaggaarii godhattu. Dhugumatti kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattootu jira.