Skip to content
النَّحل /

Ayah 66

16 : 66

Ayah 66 of النَّحل (16 : 66). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 66

وَإِنَّ لَكُمۡ فِي ٱلۡأَنۡعَٰمِ لَعِبۡرَةٗۖ نُّسۡقِيكُم مِّمَّا فِي بُطُونِهِۦ مِنۢ بَيۡنِ فَرۡثٖ وَدَمٖ لَّبَنًا خَالِصٗا سَآئِغٗا لِّلشَّٰرِبِينَ

Dhugumatti beeylladoota keessas xiinxalatu isiniif jira, Waan garaalee isaa keessa jiru irraa cumaafi dhiiga gidduu aannan qulqulluu isin obaafna, kan dhugdootaaf gadi liqimfamaa ta’e.