Skip to content
النَّحل /

Ayah 65

16 : 65

Ayah 65 of النَّحل (16 : 65). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 65

وَٱللَّهُ أَنزَلَ مِنَ ٱلسَّمَآءِ مَآءٗ فَأَحۡيَا بِهِ ٱلۡأَرۡضَ بَعۡدَ مَوۡتِهَآۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَأٓيَةٗ لِّقَوۡمٖ يَسۡمَعُونَ

Rabbiin samii irraa bishaan buusee, dachiis erga isheen duute booda isaan jiraachise. Dhugumatti kana keessa ummata dhaga’aniif mallattootu jira.