Skip to content
إبراهِيم /

Ayah 11

14 : 11

Ayah 11 of إبراهِيم (14 : 11). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

إبراهِيم Ayahs 52
14 : 11

قَالَتۡ لَهُمۡ رُسُلُهُمۡ إِن نَّحۡنُ إِلَّا بَشَرٞ مِّثۡلُكُمۡ وَلَٰكِنَّ ٱللَّهَ يَمُنُّ عَلَىٰ مَن يَشَآءُ مِنۡ عِبَادِهِۦۖ وَمَا كَانَ لَنَآ أَن نَّأۡتِيَكُم بِسُلۡطَٰنٍ إِلَّا بِإِذۡنِ ٱللَّهِۚ وَعَلَى ٱللَّهِ فَلۡيَتَوَكَّلِ ٱلۡمُؤۡمِنُونَ

Ergamoonni isaanii isaanin ni jedhan: “Nuti nama fakkaataa keessanii malee hin taane. Garuu Rabbiin gabroota Isaa irraa nama fedhe irratti tola oola. Nuti hayyama Rabbiitiin malee taaytaa (ragaa) tokkoonis isinitti dhufuun nuuf hin taane. Mu’uminoonni Rabbi (qofa) irratti haa hirkatanu.