Skip to content

Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- rifeensa mataa garii haadanii garii dhiisuu irraa dhoorgani.

Ibnu Umar irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan lameen irraa haa jaallatu-:

Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- rifeensa mataa garii haadanii garii dhiisuu irraa dhoorgani.

أَنَّ رَسُولَ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ نَهَى عَنِ الْقَزَعِ.

Bukhaarii fi muslim irratti waliigalan
Sahiiha
Ibsa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- rifeensa mataa garii haadanii garii dhiisuu irraa dhoorgani. Dhoorgaan dhiirota xixiqqaa fi gurguuddaas walitti qabata, dubartiin immoo rifeensa mataa isii tasuma haaduu hin qabdu.

Hiika jechchootaa

...:

bu'aa Ḥadiiśichaa irraa

Shari'aan qaama ilma namaatiif xiyyeeffannoo kennuu isaa.

Wabiiwwan ykn bu'urawwan

Sahiiha Bukhaarii (7/ 163) (5921).

Sahiiha Muslim (3/ 1675) (2120).

Dabalata (5)

نزهة المتقين (2/ 1126).

كنوز رياض الصالحين.

لمجموعة من الباحثين (19/ 380).

شرح رياض الصالحين.

لابن عثيمين (6/ 381).