Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade».
Buraydaa ibnu Alhusayb irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
Salaata asriitti daddafaa yeroon salaataa, Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade».
بَكِّرُوا بِصَلَاةِ الْعَصْرِ، فَإِنَّ النَّبِيَّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ: «مَنْ تَرَكَ صَلَاةَ الْعَصْرِ فَقَدْ حَبِطَ عَمَلُهُ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- salaata Asrii yeroo isaa irraa beekaa tursiisuu irraa sodaachisani, namni sana hojjate hojiin isaa isa jalaa bada mindaa tokko malee akkasumatti isa jalaa hafa.
...:
Yeroo isaa jalqaba irratti salaata Asrii eeggachuu fi gara sanatti daddafuutti kakaasuutu keessa jira.
Nama salaata Asrii dhiiseef dinniina jabaatu keessa jira, yeroo isii keessaa baasuun salaatota biroo yeroo isaanii keessaa baasuu irra jabaadha, isiin salaata giddu galeessa ta'uun jecha Rabbii ol ta'ee keessatti addatti dubbatameera: {Salaatowwan irratti keessattuu salaata giddu galeessa irratti tikfadhaa} [Al-Baqaraa: 238].
Sahiiha Bukhaarii (1/ 115) (553).
Musnada Ahmad (38/ 152) (23045).
Dabalata (9)
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (5/ 56).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمصطفى الخِن وغيره (2/ 777).
فيض القدير شرح الجامع الصغير (3/ 206).
بهجة الناظرين.
لسليم الهلالي (2/ 260).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل آل مبارك (ص614).
Cited in books
7 BooksDabalata (7)
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهمالصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«مَنْ تَرَكَ صَلاَةَ العَصْرِ فَقَدْ حَبِطَ عَمَلُهُ»[358].
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«مَنْ تَرَكَ صَلَاةَ العَصْرِ فَقَدْ حَبِطَ عَمَلُهُ»[358].
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 5«مَنْ تَرَكَ صَلاة العَصْر فَقَدْ حَبطَ عملُهُ».
- قاموس الكبائر موسوعة الكبائر - المجموعة الأولى«مَنْ تَرَكَ صَلَاةَ الْعَصْرِ فَقَدْ حَبِطَ عَمَلُهُ» [10].
- قاموس الكبائر«مَنْ تَرَكَ صَلَاةَ الْعَصْرِ فَقَدْ حَبِطَ عَمَلُهُ» [10].
- قاموس الكبائرموسوعة الكبائر - المجموعة الرابعة«مَنْ تَرَكَ صَلَاةَ الْعَصْرِ فَقَدْ حَبِطَ عَمَلُهُ»[51].
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (1)، والسيرة النبوبة (1)، والعقيدة (1)، والفقه (1)مجموعة زاد الفقه (1)«من ترك صلاة العصر فقد حبط عمله»