''Jannanni gara tokkoo kessaniitti Haada kophee keessanii irra dhihaatti, ibiddis akkasuma''.
Ibnu Mas'uud irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
''Jannanni gara tokkoo kessaniitti Haada kophee keessanii irra dhihaatti, ibiddis akkasuma''.
«الْجَنَّةُ أَقْرَبُ إِلَى أَحَدِكُمْ مِنْ شِرَاكِ نَعْلِهِ، وَالنَّارُ مِثْلُ ذَلِكَ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti jannannii fi ibiddi ilma namaatti haada kophee gubbaa faanaa irra jiruu caalaa dhihoo ta'uu himan, namni gariin ibaadaa waan Rabbiin jaallatu irraa tokko hojjatee isiidhaan jannata seenuun waan maluufi, yookaan badii tokko dalagee sababaa ibidda seenuu ta'uun isaa waan maluufi.
....:
Toltuutti kakaasuu yoo xiqqatellee akkasumas hamtuu irraa sodaachisuu yoo xiqqaatellee.
Muslimaaf jireenya isaa keessatti kajeellaa fi sodaa wolitti qabuun dirqama akka ta'ee fi yeroo hundumaa haqa irratti ragga'uu Rabbiin kadhachuu akka qabuudha, bilisa akka ba'uuf jecha, akkasumas haala ofiitiin gowwoomuu akka hin qabneedha.
Sahiiha Bukhaarii (8/ 102) (6488).
Dabalata (8)
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (2/ 99).
فتح الباري.
لابن حجر(11/ 321).
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (1/ 186).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمصطفى الخِن وغيره (1/ 136).
Cited in books
6 BooksDabalata (6)
- الخطب المنبريةموسوعة الخطب المنبرية (القسم الثالث)«الجَنَّةُ أَقْرَبُ إِلَى أَحَدِكُم مِّن شِرَاكِ نَعْلِهِ، وَالنَّارُ مِثْلُ ذَٰلِكَ»
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 1 «الْجَنَّةُ أَقْرَبُ إلىٰ أَحَدِكُمْ مِنْ شِرَاكِ نَعْلِهِ، وَالنَّارُ مِثْلُ ذلِكَ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 3«الجنَّةُ أَقْرَبُ إلىٰ أَحَدِكُمْ مِنْ شِرَاكِ نَعْلِهِ، وَالنَّارُ مِثْلُ ذلِكَ».
- كتاب التوحيدكتاب التوحيد للشيخ محمد بن عبد الوهاب((الْجَنَّةُ أَقْرَبُ إِلَى أَحَدِكُمْ مِنْ شِرَاكِ نَعْلِهِ، وَالنَّارُ مِثْلُ ذَلِكَ)).
- متن اصول الإيمانمتن أصول الإيمان{الجنَّة أَقرب إلى أَحدِكم من شِراكِ نعلِهِ، والنَّار مِثل ذلك}.
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (2)1«الجَنَّةُ أقْرَبُ إِلى أحَدِكُمْ مِنْ شِرَاكِ نَعْلِهِ، وَالنَّارُ مِثْلُ ذلك».