«Iimaanni damee torbaatamii fi wohi -yookaan jaatamii fi wohi-, irra caalaan isaa jecha Laa ilaaha illallaah jedhuudha, irra gadi aanaan isaa waan nama rakkisu karaa irraa dabsuudha
Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Iimaanni damee torbaatamii fi wohi -yookaan jaatamii fi wohi-, irra caalaan isaa jecha Laa ilaaha illallaah jedhuudha, irra gadi aanaan isaa waan nama rakkisu karaa irraa dabsuudha, saalfiinis damee tokko kan iimaana irraa ta'e».
«الْإِيمَانُ بِضْعٌ وَسَبْعُونَ -أَوْ بِضْعٌ وَسِتُّونَ- شُعْبَةً، فَأَفْضَلُهَا قَوْلُ لَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ، وَأَدْنَاهَا إِمَاطَةُ الْأَذَى عَنِ الطَّرِيقِ، وَالْحَيَاءُ شُعْبَةٌ مِنَ الْإِيمَانِ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- iimaanni damee fi gosa hedduu akka ta'e himani, hojii, aqiidaa fi jechoota of keessatti qabata. Irra caalaa fi irra ol'aanaan isaa jecha: "Laa ilaaha illallaah" jedhu, hiika isaa beekanii, waan inni itti qajeelchutti hojjachuun wajjiin, sunis Rabbiin gabbaramaa tokkicha qofaa isaa gabbartii haqa godhatu ta'uu beekuudha. irra xiqqaan hojii iimaanaa hunda waan nama rakkisuu karaa isaanii irraa dabsuudha. eegasii nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- saalfiin gosoota iimaanaa irraa akka ta'e himani, saalfiin waan gaarii hojjatanii waan fokkataa dhiisuu irratti nama kaasa.
بِضْع: من ثلاثة إلى تسعة.
شعبة: خصلة.
Iimaanni sadarkaa addaa addaati gariin isaa garii irra caala.
Iimaanni jecha, hojii fi aqiidaadha.
Rabbiin irraa saalfachuun, bakka si dhoorge irratti akka si hin argine, bakka itti si ajaje irraa akka si hin dhabne hordofsiisa.
Lakkoofsa himuun isa irratti gabaabachuu hin kennu, hojiiwwan iimaanaa hedduu ta'uutti akeeka malee, arabni waan tokkoof lakkoofsa hanga ta'e wohii himu garuu waan isa malee jiru mormuu miti kan isaan itti barbaadan.
Sahiiha Bukhaarii (1/ 11) (9).
Sahiiha Muslim (1/ 63) (35).
Dabalata (7)
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين (1/ 154).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (2/ 169).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل آل مبارك (ص106).
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم لهلالي (1/ 205).
Cited in books
7 BooksDabalata (7)
- التوحيد في ضوء عقيدة الإمام الشافعي رحمه الله ونصوصه ومروياته"الإيمان بضع وسبعون أو بضع وستون شعبة فأفضلها قول لا إله إلا الله وأدناها إماطة الأذى عن الطريق، والحياء شعبة من الإيمان".([157])
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 4«الإيمَانُ بِضْعٌ وَسَبْعُونَ، أَوْ بِضْعٌ وَسِتُّونَ شُعْبَةً، فَأَفْضَلُهَا قَوْلُ لا إلهَ إلَّا الله، وَأَدْنَاهَا إمَاطَةُ الأَذَىٰ عَنِ الطّرِيقِ، وَالحَياءُ شُعْبَةٌ مِنَ الإيمَانِ».
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«الإِيمَانُ بِضْعٌ وَسَبْعُونَ -أَوْ: بِضْعٌ وَسِتُّونَ- شُعْبَةً، فَأَفْضَلُهَا قَوْلُ: لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ، وَأَدْنَاهَا إِمَاطَةُ الأَذَى عَنِ الطَّرِيقِ، وَالحَيَاءُ شُعْبَةٌ مِنَ الإِيمَانِ»[11].
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«الإِيمَانُ بِضْعٌ وَسَبْعُونَ-أَوْ بِضْعٌ وَسِتُّونَ- شُعْبَةً، أَعْلَاهَا: قَوْلُ: لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ، وَأَدْنَاهَا: إِمَاطَةُ الأَذَى عَنِ الطَّرِيقِ. وَالحَيَاءُ شُعْبَةٌ مِنَ الإِيمَانِ»[191].
- مجموعة زاد الحديث (1)الحديث 1«الإيمان بضع وسبعون أو بضع وستون شعبة»
- موسوعة الإيمان«الْإِيمَانُ بِضْعٌ وَسَبْعُونَ -أوْ بِضْعٌ وَسِتُّونَ- شُعْبَةً، فَأَفْضَلُهَا قَوْلُ لَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ، وَأَدْنَاهَا إِمَاطَةُ الْأَذَى عَنِ الطَّرِيقِ، وَالْحَيَاءُ شُعْبَةٌ مِنَ الْإِيمَانِ».
- نبراس طالب (1)1«الْإِيمَانُ بِضْعٌ وَسَبْعُونَ شُعْبَةً، فَأَفْضَلُهَا قَوْلُ لَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ عز وجل، وَأَدْنَاهَا إِمَاطَةُ الْأَذَى عَنِ الطَّرِيقِ، وَالْحَيَاءُ شُعْبَةٌ مِنَ الْإِيمَانِ»