"Jabaan kan wallaansoo qabee injifate osoo hin taane, dhugumatti jabaan isa yeroo dallansuutti lubbuu isaa too'atuudha".
Abuu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
"Jabaan kan wallaansoo qabee injifate osoo hin taane, dhugumatti jabaan isa yeroo dallansuutti lubbuu isaa too'atuudha".
«لَيْسَ الشَّدِيدُ بِالصُّرَعَةِ، إِنَّمَا الشَّدِيدُ الَّذِي يَمْلِكُ نَفْسَهُ عِنْدَ الْغَضَبِ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- jabinni dhugaa jabina qaamaa akka hin taane yookaan isa namoota biroo humna qaban wallaansoon injifatu akka hin taane ifa galchani, dhugumatti humna qabeessi jabaan isa yeroo dallansuuun isatti jabaatutti lubbuu isaatti qabsaa'ee isii injifateedha; dandeettii lubbuu isaa to'achuu fi shayxaana injifachuu isaa wanti kun waan agarsiisuuuf.
...:
Sadarkaa obsaatii fi yeroo dallansuutti lubbuu ofii to'achuun qabu, inni hojiiwwan gaggaarii islaamummaan itti kakaase keessa tokkoodha.
Yeroo dallansuutti lubbuu ofii irratti qabsaa'uun diina irratti qabsaa'uu irra jabaadha.
Islaamummaan madaallii jabina jaahiliyyummaa gara haala bareedduutti jijjiiruu isaati, humnaan irra jabaan namaa inni nama luugama lubbuu isaa to'ateedha.
Dallansuu irraa fagaachuudha, miidhaa inni dhuunfaa fi hawaasa irraan ga'uuf jecha.
Sahiiha Bukhaarii (8/ 28) (6114).
Sahiiha Muslim (4/ 2014) (2609).
(538).
Dabalata (7)
منحة العلام في شرح بلوغ المرام.
لعبد الله الفوزان (10/ 198).
توضيح الأحكام من بلوغ المرام.
للبسام (7/ 394).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
للهلالي (1/ 698).
Cited in books
4 BooksDabalata (4)
- الحديث زاد 4الحديث 4«لَيْسَ الشَّدِيدُ بِالصُّرَعَةِ، إِنَّما الشَّدِيدُ الذي يَمْلِكُ نَفْسَهُ عِنْدَ الغَضَبِ».
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"ليس الشديد بالصُّرَعَةِ إنما الشديدُ الذي يملك نفسه عند الغضب" .
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 1 «لَيْسَ الشدِيدُ بالصُّرَعةِ، إنَّمَا الشَّديدُ الَّذِي يَمْلِكُ نَفْسَهُ عَنْدَ الْغَضَبِ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 3«لَيْسَ الشَّدِيدُ بِالصُّرْعَةِ، إنَّمَا الشَّدِيدُ الَّذِي يَمِلكُ نَفْسَهُ عِنْدَ الغَضَبِ».