9 : 1
بَرَآءَةٞ مِّنَ ٱللَّهِ وَرَسُولِهِۦٓ إِلَى ٱلَّذِينَ عَٰهَدتُّم مِّنَ ٱلۡمُشۡرِكِينَ
(Isheen kun) Qulqullina Rabbiifi ergmaa Isaa irraa taate kan gara warra mushrikoota irraa (lola dhiisuuf) waadaa walii galtaniitti (qaqqabduudha).
Explanation & meanings · 1
- suuraan tawbaa tuni bismillaa hinqabdu, usmaan binu affaan yeroo qur'aana barreessan akkanumatti bismillaa malee barreessan. suuraalee qur'aanaa 114n keessaa tan bismillaa hinqabne isii tana qofa.