74 : 48 فَمَا تَنفَعُهُمۡ شَفَٰعَةُ ٱلشَّٰفِعِينَ Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu.