Skip to content
الأعرَاف /

Ayah 46

7 : 46

Ayah 46 of الأعرَاف (7 : 46). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأعرَاف Ayahs 206
7 : 46

وَبَيۡنَهُمَا حِجَابٞۚ وَعَلَى ٱلۡأَعۡرَافِ رِجَالٞ يَعۡرِفُونَ كُلَّۢا بِسِيمَىٰهُمۡۚ وَنَادَوۡاْ أَصۡحَٰبَ ٱلۡجَنَّةِ أَن سَلَٰمٌ عَلَيۡكُمۡۚ لَمۡ يَدۡخُلُوهَا وَهُمۡ يَطۡمَعُونَ

Gidduu isaanii haguuggaatu jira, 'A’araaf' irras dhiirota hundayyuu mallattoo isaanitiin beekantu jiru, Warra jannataatti lallabu "nageenyi isin irratti haa jiraatu" jechuun. Isaan (warri a’araaf) haala kan ishee kajeelan ta'aniin ishee hin seenne.

Explanation & meanings · 1
  1. A'iraaf jechuun jogolla jannataafii azaaba jiddutti taheedha. isarra ummata toltuufii hamtuun isaanii walqixxaatteetu taa'a. isan warra ibiddaatiifii jannataatis ni argan, mallattoo isaaniitiin beekan, jannata hinseenne garuu nikajeelan.