68 : 13 عُتُلِّۭ بَعۡدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ Gara jabeessa, sana booda immoo diqaalaa kan ta'eef (hin ajajamin).