Skip to content
المُمتَحنَة /

Ayah 5

60 : 5
المُمتَحنَة Ayahs 13
60 : 5

رَبَّنَا لَا تَجۡعَلۡنَا فِتۡنَةٗ لِّلَّذِينَ كَفَرُواْ وَٱغۡفِرۡ لَنَا رَبَّنَآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلۡعَزِيزُ ٱلۡحَكِيمُ

"Gooftaa keenya! warra kafaraniif mokkoroo nu hin godhin. Gooftaa keenya! Nuuf araarami; Ati injifataa ogeessa.