Skip to content
الأنعَام /

Ayah 70

6 : 70

Ayah 70 of الأنعَام (6 : 70). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأنعَام Ayahs 165
6 : 70

وَذَرِ ٱلَّذِينَ ٱتَّخَذُواْ دِينَهُمۡ لَعِبٗا وَلَهۡوٗا وَغَرَّتۡهُمُ ٱلۡحَيَوٰةُ ٱلدُّنۡيَاۚ وَذَكِّرۡ بِهِۦٓ أَن تُبۡسَلَ نَفۡسُۢ بِمَا كَسَبَتۡ لَيۡسَ لَهَا مِن دُونِ ٱللَّهِ وَلِيّٞ وَلَا شَفِيعٞ وَإِن تَعۡدِلۡ كُلَّ عَدۡلٖ لَّا يُؤۡخَذۡ مِنۡهَآۗ أُوْلَٰٓئِكَ ٱلَّذِينَ أُبۡسِلُواْ بِمَا كَسَبُواْۖ لَهُمۡ شَرَابٞ مِّنۡ حَمِيمٖ وَعَذَابٌ أَلِيمُۢ بِمَا كَانُواْ يَكۡفُرُونَ

Warra amantii isaanii taphaafi qoosaa godhatanii jireenyi addunyaa isaan gowwoomsite isaan dhiisi. Akka lubbuun waan hojjatteen hin banne isaan (Qur’aanaan) gorsi. Rabbii gaditti jaalalleefi araarsaan isaaniif hin taane. Lubbuun hundi odoo kafaltii hunda kafalteeyyuu ishee irraa hin fuudhamu. Isaan sun warra waan hojjataniin balleeffamani. Isaaniif dhugaatii bishaan danfaa irraa ta’eefi adabbii laalessaa ta’etu jira waan kafaraa turaniif jecha.