Skip to content
الأنعَام /

Ayah 69

6 : 69
الأنعَام Ayahs 165
6 : 69

وَمَا عَلَى ٱلَّذِينَ يَتَّقُونَ مِنۡ حِسَابِهِم مِّن شَيۡءٖ وَلَٰكِن ذِكۡرَىٰ لَعَلَّهُمۡ يَتَّقُونَ

Warra (Rabbiin) sodaatan irra dilii isaanii irraa homaayyuu hin jiru. Garuu akka isaan eeggataniif jecha gorsatu (isaaniif jira).