Skip to content
الأنعَام /

Ayah 116

6 : 116

Ayah 116 of الأنعَام (6 : 116). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأنعَام Ayahs 165
6 : 116

وَإِن تُطِعۡ أَكۡثَرَ مَن فِي ٱلۡأَرۡضِ يُضِلُّوكَ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا ٱلظَّنَّ وَإِنۡ هُمۡ إِلَّا يَخۡرُصُونَ

Yoo irra hedduu namoota dachii keessaa tole jette, karaa Rabbii irraa si jallisu. Isaan shakkii malee homaa hin hordofan. Isaan kijiboo malee homaa hin taane.