5 : 98
ٱعۡلَمُوٓاْ أَنَّ ٱللَّهَ شَدِيدُ ٱلۡعِقَابِ وَأَنَّ ٱللَّهَ غَفُورٞ رَّحِيمٞ
Beekaa! Dhugumatti Rabbiin (abbaa) adabbii cimaati. Dhugumatti Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha.