Skip to content
المَائدة /

Ayah 96

5 : 96

Ayah 96 of المَائدة (5 : 96). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 96

أُحِلَّ لَكُمۡ صَيۡدُ ٱلۡبَحۡرِ وَطَعَامُهُۥ مَتَٰعٗا لَّكُمۡ وَلِلسَّيَّارَةِۖ وَحُرِّمَ عَلَيۡكُمۡ صَيۡدُ ٱلۡبَرِّ مَا دُمۡتُمۡ حُرُمٗاۗ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ ٱلَّذِيٓ إِلَيۡهِ تُحۡشَرُونَ

Isiniif eeyyamameera AdamSoon galaanaafi nyaanni isaas, itti fayyadama keessaniifi daldaltootaatiif jecha. Waan hidhannaa Hajjii keessa jirtanuun adamSoon lafa irraa isin irratti haraama godhame. Rabbii isa gara Isaatti oofamtanu sodaadhaa.

Explanation & meanings · 1
  1. kana jechuun yeroo hajjiifii umraa hidhatan bineensa barraa lafarra jiraatu ajjeesuun dhoowwaadha, garuu waan bishaan keessa jiraatu ajjeesanii nyaachuun hayyamamee jira jechuudha.