Skip to content
المَائدة /

Ayah 71

5 : 71

Ayah 71 of المَائدة (5 : 71). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 71

وَحَسِبُوٓاْ أَلَّا تَكُونَ فِتۡنَةٞ فَعَمُواْ وَصَمُّواْ ثُمَّ تَابَ ٱللَّهُ عَلَيۡهِمۡ ثُمَّ عَمُواْ وَصَمُّواْ كَثِيرٞ مِّنۡهُمۡۚ وَٱللَّهُ بَصِيرُۢ بِمَا يَعۡمَلُونَ

Adabbiin (mokkoraan) hin jirtuu yaadan. Kanaafuu jaamanii duudan, Ergasii Rabbiin tawbaa isaanii irraa qeebale, Ergasii irra hedduun isaanii jaamanii duudan. Rabbiin waan isaan dalagan argaadha.