Skip to content
النِّسَاء /

Ayah 94

4 : 94

Ayah 94 of النِّسَاء (4 : 94). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النِّسَاء Ayahs 176
4 : 94

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓاْ إِذَا ضَرَبۡتُمۡ فِي سَبِيلِ ٱللَّهِ فَتَبَيَّنُواْ وَلَا تَقُولُواْ لِمَنۡ أَلۡقَىٰٓ إِلَيۡكُمُ ٱلسَّلَٰمَ لَسۡتَ مُؤۡمِنٗا تَبۡتَغُونَ عَرَضَ ٱلۡحَيَوٰةِ ٱلدُّنۡيَا فَعِندَ ٱللَّهِ مَغَانِمُ كَثِيرَةٞۚ كَذَٰلِكَ كُنتُم مِّن قَبۡلُ فَمَنَّ ٱللَّهُ عَلَيۡكُمۡ فَتَبَيَّنُوٓاْۚ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ بِمَا تَعۡمَلُونَ خَبِيرٗا

Yaa warra amantan! Yeroo karaa Rabbii keessa deemtan (dubbii) adda baafadhaa. nama salaamtaa isiniin jedheen “ati Mu’uminaa miti" hin jedhinaa, meeshaa addunyaa barbaaduuf, Boojuun baay’een Rabbi bira jirtii, Duraan isinis akkasuma turtanii Rabbiin isin irratti tola oolee. dubbii adda baafadhaa. Rabbiin waan isin hojjattan keessa beekaa ta'eera.