4 : 71
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ خُذُواْ حِذۡرَكُمۡ فَٱنفِرُواْ ثُبَاتٍ أَوِ ٱنفِرُواْ جَمِيعٗا
Yaa warra amantan! Of eeggannoo keessan qabadhaa. Gareen duulaa yookiin dimshaashan duulaa.