4 : 118
لَّعَنَهُ ٱللَّهُۘ وَقَالَ لَأَتَّخِذَنَّ مِنۡ عِبَادِكَ نَصِيبٗا مَّفۡرُوضٗا
Rabbiin isa abaareera. Innis ni jedhe: “Ani gabroota kee irraa qooda murtaa’e nan qabadha.