38 : 78 وَإِنَّ عَلَيۡكَ لَعۡنَتِيٓ إِلَىٰ يَوۡمِ ٱلدِّينِ Hanga guyyaa murtiitti abaarsi kiyya sirra haa jiraatu.”