37 : 45 يُطَافُ عَلَيۡهِم بِكَأۡسٖ مِّن مَّعِينِۭ Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama.