37 : 141 فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ ٱلۡمُدۡحَضِينَ (Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e.