Skip to content
الأحزَاب /

Ayah 9

33 : 9

Ayah 9 of الأحزَاب (33 : 9). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأحزَاب Ayahs 73
33 : 9

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ ٱذۡكُرُواْ نِعۡمَةَ ٱللَّهِ عَلَيۡكُمۡ إِذۡ جَآءَتۡكُمۡ جُنُودٞ فَأَرۡسَلۡنَا عَلَيۡهِمۡ رِيحٗا وَجُنُودٗا لَّمۡ تَرَوۡهَاۚ وَكَانَ ٱللَّهُ بِمَا تَعۡمَلُونَ بَصِيرًا

Yaa warra amantan! Ni’imaa Rabbii kan isin irra jiru yaadadhaa. yeroo hoomaawwan (waraanaa) isinitti dhufanii, ergasii bubbeefi hoomaawwan isin hin agarre isaan irratti ergine, Rabbiin waan isin dalagdan argaa ta’eera.