Skip to content
الرُّوم /

Ayah 36

30 : 36
الرُّوم Ayahs 60
Surah · الرُّوم
oromoo · Ababor
30 : 36

وَإِذَآ أَذَقۡنَا ٱلنَّاسَ رَحۡمَةٗ فَرِحُواْ بِهَاۖ وَإِن تُصِبۡهُمۡ سَيِّئَةُۢ بِمَا قَدَّمَتۡ أَيۡدِيهِمۡ إِذَا هُمۡ يَقۡنَطُونَ

Yeroo namoota rahmata dhandhamsiifne isheetti gammadu. yeroo sababa waan harki isaanii dabarsitee (hojjattee) tiin hamtuun wahii isaan tuqxe immoo yeroma san abdii muratu.