Skip to content
الرُّوم /

Ayah 19

30 : 19

Ayah 19 of الرُّوم (30 : 19). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الرُّوم Ayahs 60
Surah · الرُّوم
oromoo · Ababor
30 : 19

يُخۡرِجُ ٱلۡحَيَّ مِنَ ٱلۡمَيِّتِ وَيُخۡرِجُ ٱلۡمَيِّتَ مِنَ ٱلۡحَيِّ وَيُحۡيِ ٱلۡأَرۡضَ بَعۡدَ مَوۡتِهَاۚ وَكَذَٰلِكَ تُخۡرَجُونَ

(Inni) jiraa du’aa irraa baasa; du’aas jiraa irraa baasa. Dachiis erga du'uu ishee booda jiraachisa. Akkuma kanatti (qabrirraa) baafamtu.