Skip to content
النَّمل /

Ayah 59

27 : 59
النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 59

قُلِ ٱلۡحَمۡدُ لِلَّهِ وَسَلَٰمٌ عَلَىٰ عِبَادِهِ ٱلَّذِينَ ٱصۡطَفَىٰٓۗ ءَآللَّهُ خَيۡرٌ أَمَّا يُشۡرِكُونَ

(Yaa Muhammad) Jedhi: “Faaruun hundi kan Rabbiiti, nageenyi gabroota Isaa kan [Inni] filate irra haa jiraatu, Sila Rabbi moo wantoota isaan [Isatti] qindeessantu caala?”