Skip to content
الفُرقَان /

Ayah 60

25 : 60

Ayah 60 of الفُرقَان (25 : 60). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الفُرقَان Ayahs 77
25 : 60

وَإِذَا قِيلَ لَهُمُ ٱسۡجُدُواْۤ لِلرَّحۡمَٰنِ قَالُواْ وَمَا ٱلرَّحۡمَٰنُ أَنَسۡجُدُ لِمَا تَأۡمُرُنَا وَزَادَهُمۡ نُفُورٗا۩

Yeroo Rahmaaniif sujuuda godhaa jedhaman “Rahmaan eenyu? Waan ati nu ajajjuufiif sujuuda goonaa?” jedhu. {Kuni Rabbirraa} fagaachuu isaaniif dabale.

Explanation & meanings · 1
  1. sujuuda qaraatii qur'aanaatu as jira.