Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 264

2 : 264

Ayah 264 of البَقَرَة (2 : 264). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 264

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تُبۡطِلُواْ صَدَقَٰتِكُم بِٱلۡمَنِّ وَٱلۡأَذَىٰ كَٱلَّذِي يُنفِقُ مَالَهُۥ رِئَآءَ ٱلنَّاسِ وَلَا يُؤۡمِنُ بِٱللَّهِ وَٱلۡيَوۡمِ ٱلۡأٓخِرِۖ فَمَثَلُهُۥ كَمَثَلِ صَفۡوَانٍ عَلَيۡهِ تُرَابٞ فَأَصَابَهُۥ وَابِلٞ فَتَرَكَهُۥ صَلۡدٗاۖ لَّا يَقۡدِرُونَ عَلَىٰ شَيۡءٖ مِّمَّا كَسَبُواْۗ وَٱللَّهُ لَا يَهۡدِي ٱلۡقَوۡمَ ٱلۡكَٰفِرِينَ

Isin Yaa warra amantan! dhaaddannaafi (nama) rakkisuudhaan Sadaqaalee keessan hin balleessinaa, akka isa qabeenya isaa garsiifannaa namaatiif arjoomuu, kan Rabbiifi guyyaa Aakhiraattis hin amannee. Fakkeenyi isaa akka fakkeenya dhagaa diriiraa biyyeen isa irra jiruu, kan bokkaan cimaan isa tuqee (biyyee irraa dhiquun) duwwaa isa dhiiiseeti, Isaan waan horatan irraa homaa irratti dandeettii hin qaban. Rabbiin ummata kaafirootaa hin qajeelchu.