Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 235

2 : 235

Ayah 235 of البَقَرَة (2 : 235). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 235

وَلَا جُنَاحَ عَلَيۡكُمۡ فِيمَا عَرَّضۡتُم بِهِۦ مِنۡ خِطۡبَةِ ٱلنِّسَآءِ أَوۡ أَكۡنَنتُمۡ فِيٓ أَنفُسِكُمۡۚ عَلِمَ ٱللَّهُ أَنَّكُمۡ سَتَذۡكُرُونَهُنَّ وَلَٰكِن لَّا تُوَاعِدُوهُنَّ سِرًّا إِلَّآ أَن تَقُولُواْ قَوۡلٗا مَّعۡرُوفٗاۚ وَلَا تَعۡزِمُواْ عُقۡدَةَ ٱلنِّكَاحِ حَتَّىٰ يَبۡلُغَ ٱلۡكِتَٰبُ أَجَلَهُۥۚ وَٱعۡلَمُوٓاْ أَنَّ ٱللَّهَ يَعۡلَمُ مَا فِيٓ أَنفُسِكُمۡ فَٱحۡذَرُوهُۚ وَٱعۡلَمُوٓاْ أَنَّ ٱللَّهَ غَفُورٌ حَلِيمٞ

badiin isinirratti hintaane waan riqoon dubbattan irratti dubartoota (iddaa du'a jaarsaa keessa jiran) qaadhimachuu keessatti, yookiin (waan) onneewwan keessan keessatti dhoksitan keessatti. Akka isin isaan dubbatuuf jirtan Rabbiin beekeera. Garuu iccitiidhaan waadaa isaaniif hin seeninaa yoo jecha beekamaa jettan malee. nikaah hidhuu hin murteessinaa Hanga beellamni yeroo isaa ga’utti. Rabbiin waan lubbuulee keessan keessa jiru beekaa ta'uu beekaa; Isa sodaadhaa. Rabbiin araaramaa, obsaadhaa beekaa.