Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 232

2 : 232

Ayah 232 of البَقَرَة (2 : 232). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 232

وَإِذَا طَلَّقۡتُمُ ٱلنِّسَآءَ فَبَلَغۡنَ أَجَلَهُنَّ فَلَا تَعۡضُلُوهُنَّ أَن يَنكِحۡنَ أَزۡوَٰجَهُنَّ إِذَا تَرَٰضَوۡاْ بَيۡنَهُم بِٱلۡمَعۡرُوفِۗ ذَٰلِكَ يُوعَظُ بِهِۦ مَن كَانَ مِنكُمۡ يُؤۡمِنُ بِٱللَّهِ وَٱلۡيَوۡمِ ٱلۡأٓخِرِۗ ذَٰلِكُمۡ أَزۡكَىٰ لَكُمۡ وَأَطۡهَرُۚ وَٱللَّهُ يَعۡلَمُ وَأَنتُمۡ لَا تَعۡلَمُونَ

Yeroo dubartoota hiiktanii beellama isaanii gayan,dhirsoota isaanii heerumuu irraa isaan hin dhorginaa yoo jidduu isaaniitti karaa gaariin walii galan, Sana isin irraa nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraatti amanutu ittiin gorfama. Sun isiniif irra gaariifi irra qulqulluudha. Rabbitu beekaa; isin hin beektanu.