2 : 199
ثُمَّ أَفِيضُواْ مِنۡ حَيۡثُ أَفَاضَ ٱلنَّاسُ وَٱسۡتَغۡفِرُواْ ٱللَّهَۚ إِنَّ ٱللَّهَ غَفُورٞ رَّحِيمٞ
(Yaa Qurayshotaa!) ergasii bakka namoonni yaa'aniin yaa'aa, Rabbiin araarama kadhaa, Dhugumatti Rabbiin mararfataa rahmata godhaadha.