Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 142

2 : 142

Ayah 142 of البَقَرَة (2 : 142). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 142

۞ سَيَقُولُ ٱلسُّفَهَآءُ مِنَ ٱلنَّاسِ مَا وَلَّىٰهُمۡ عَن قِبۡلَتِهِمُ ٱلَّتِي كَانُواْ عَلَيۡهَاۚ قُل لِّلَّهِ ٱلۡمَشۡرِقُ وَٱلۡمَغۡرِبُۚ يَهۡدِي مَن يَشَآءُ إِلَىٰ صِرَٰطٖ مُّسۡتَقِيمٖ

Namoota irraa warri gowwaan "Sila qiblaa irratti tahan (Beytal-Maqdis) irraa maaltu isaan garagalche?" jedhu. "Bahaafi Dhihaas kanuma Rabbiiti. Inni nama fedhe gara karaa sirrii qajeelcha" jedhi.