Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 137

2 : 137

Ayah 137 of البَقَرَة (2 : 137). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 137

فَإِنۡ ءَامَنُواْ بِمِثۡلِ مَآ ءَامَنتُم بِهِۦ فَقَدِ ٱهۡتَدَواْۖ وَّإِن تَوَلَّوۡاْ فَإِنَّمَا هُمۡ فِي شِقَاقٖۖ فَسَيَكۡفِيكَهُمُ ٱللَّهُۚ وَهُوَ ٱلسَّمِيعُ ٱلۡعَلِيمُ

Yoo fakkaataa waan isin itti amantaniititti amananiif dhugumatti qajeelaniiru,Yoo isa irraa gara galan immoo isaan faallessuu qofa keessa jiru, Rabbiinis isaan siif ga’a (sirraa dhorga), Inni akkaan dhagayaa, akkaan beekaadha.