Skip to content
مَريَم /

Ayah 71

19 : 71

Ayah 71 of مَريَم (19 : 71). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

مَريَم Ayahs 98
Surah · مَريَم
oromoo · Ababor
19 : 71

وَإِن مِّنكُمۡ إِلَّا وَارِدُهَاۚ كَانَ عَلَىٰ رَبِّكَ حَتۡمٗا مَّقۡضِيّٗا

Isin irraa eenyulleen ishee bu'u malee hin hafu, Dirqama Rabbii keetiin murteeffameedha.

Explanation & meanings · 1
  1. kuni hiikkaan isaa hundi namaa riqicha siraax jedhamu kan hallayyaa ibiddaarra diriirfame irra ceha jechuudha. namni badii hinqabne ibidda hinseenu waan taheef.