Skip to content
الكَهف /

Ayah 94

18 : 94

Ayah 94 of الكَهف (18 : 94). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الكَهف Ayahs 110
Surah · الكَهف
oromoo · Ababor
18 : 94

قَالُواْ يَٰذَا ٱلۡقَرۡنَيۡنِ إِنَّ يَأۡجُوجَ وَمَأۡجُوجَ مُفۡسِدُونَ فِي ٱلۡأَرۡضِ فَهَلۡ نَجۡعَلُ لَكَ خَرۡجًا عَلَىٰٓ أَن تَجۡعَلَ بَيۡنَنَا وَبَيۡنَهُمۡ سَدّٗا

(Isaanis) nijedhan “Yaa Zalqarnayn! Dhugumatti, Ya’ajuujiifi Ma’ajuuj dachii keessatti badii hojjatoodha,baasii (kafaltii) siif goonuu Nuufi isaan giddutti cufaa godhuu irratti?”

Explanation & meanings · 1
  1. ya'ijuujiifii ma'ijuuj ilmaanuma namaati. garuu ummata shiftaadha. biyyatti weeraranii nama ajjeesuufii qabeenya saamuun beekaman. kanaaf akka zulqarneeyni kaarra jaaree itti cufu gaafatan, qabeenya walitti guurree siif kafalla jedhaniin. garuu zulqarneeyni waan mootii gaarii taheef akkanumatti tola jaareef homaa hinkafalchiifne.