Skip to content
الإسرَاء /

Ayah 99

17 : 99

Ayah 99 of الإسرَاء (17 : 99). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الإسرَاء Ayahs 111
17 : 99

۞ أَوَلَمۡ يَرَوۡاْ أَنَّ ٱللَّهَ ٱلَّذِي خَلَقَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضَ قَادِرٌ عَلَىٰٓ أَن يَخۡلُقَ مِثۡلَهُمۡ وَجَعَلَ لَهُمۡ أَجَلٗا لَّا رَيۡبَ فِيهِ فَأَبَى ٱلظَّٰلِمُونَ إِلَّا كُفُورٗا

Sila isaan hin ilaallee (hinbeeynee) akka Rabbiin inni samiifi dachii uume fakkaataa isaanii uumuu irratti danda’aa ta’ee. beellama isa keessa shakkiin hin jirre isaaniif taasise. Miidhaa dalagdoonni (Rabbitti) kafaruu malee ni didan.