Skip to content
الإسرَاء /

Ayah 98

17 : 98

Ayah 98 of الإسرَاء (17 : 98). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الإسرَاء Ayahs 111
17 : 98

ذَٰلِكَ جَزَآؤُهُم بِأَنَّهُمۡ كَفَرُواْ بِـَٔايَٰتِنَا وَقَالُوٓاْ أَءِذَا كُنَّا عِظَٰمٗا وَرُفَٰتًا أَءِنَّا لَمَبۡعُوثُونَ خَلۡقٗا جَدِيدًا

kun mindaa isaaniiti. Waan isaan keeyyattoota keenyatti kafaraniif. nijedhan “sila yeroo lafeefi biyyee taane, nuti uumama haara’a taanee kaafamoodhaa?”